Skip to content

Admin

Tsoomii Raajotaa fi Subaa’eewwan Dhaloota Gooftaa

Tsoomii Raajotaa  Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidootti Tsoomiiwwan Tsoomaman keessaa tokko Tsoomii Raajotaa ti. Kunis Dhaloota Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos dursee kan Tsoomamu dha. Waa’ee Tsoomii Raajotaa kutaa kana keessatti… 

Musee fi Uummata Israa’eel fi Qulqulluu Mikaa’eel

Bahuu Musee fi Uummata Israa’eel biyya Gitsii keessaa Sadaasa 12 akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti guyyaa Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Mikaa’eel Uummata Israa’eel itti gargaaree Garbummaa Gitsii keessaa isaan baasedha.… 

Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Rufaa'eel fi Xoobiit

Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Rufaa’eel fi Xoobiit

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Rufaa’eel guyyaa itti Xoobiit gargaare Mata duree kana keessatti waa’ee Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Rufaa’eel fi Xoobiit waliin ni ilaalla hanga dhumaatti dubbisaa hiriyoota keessaniifis qoodaa! Qaammee 3…