Subscribe To Our YouTube Channel

Recent posts

Show more
Karaalee 5 Hojii Online Telegram irratti Hojjechuun qarshii hedduu irraa argachuu dandeenyu

Karaa Telegram akkamitti hojii online hojjennee qarshii argachuu dandeenya? Egaa barreeffama keenya guyyaa har'aatiin waa'ee Telegram fi akkaataa karaa Telegram qarshii argachuu dandeenyu kan ilaallu ta'u, hanga dhuma…

Tsoomii Raajotaa fi Subaa'eewwan Dhaloota Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoosiif galaman

Tsoomii Raajotaa  Tsoomiin Raajotaa kun kan inni lagatamu Sadaasa 15 hanga Muddee 29tti. Sababni inni lagatamuuf immoo wantoota gurguddaa 5niif. 1. Tsoomii Addaam Tsoomii Addaam jedhamee lagatama. Laguu Addaam sababni…

Guyyaa itti Uummanni Israa'eel Gabrummaa Gibtsii jalaa itti Ba'e | Raajicha Musee fi Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel

Guyyaa itti Isiraa'eeloonni biyya Gibxiitii itti Ba'aan Sadaasni kudha lama kan kabajamuuf, guyyaa itti Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Mikaa'eel ijoollee Israa'eel dura bu'uudhaan Gibxii keessaa i…

Yuunivarsiitii Haramaayaa

Yuunivarsiitii Haramaayaa Seenaa fi Hundeeffama Yuunivarsiitii Haramaayaa Seenaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Yuunivarsiitiin Haramaayaa dhaabbilee barnootaa olaanoo ykn Yuunivarsiitii biyyattii keessatti argaman kan umu…

Qabxii Seensa Leenjii Dhaabbilee Teeknikaa fi Ogummaa Bara 2017 | Ministeera Barnootaa

Qabxiin Seensa Teeknikaa fi Ogummaa kan bara 2017 ifoomeera Barattoota Saayinsii Uumamaatiif qabxii seensaa Leenjii Sadarkaa 1 fi 2 ▪️ Dhiirotaaf naannolee horsiisee bulaa fi naannoolee guddachaa jiran osoo hin dabala…

Sirna Uumamaa | Kutaa 4ffaa :- Uumamtoota Guyyaa Roobii

Sirna Uumamaa Kutaa 4ffaa Seensa :- akkuma beekamu koorsii kana erga eegallee har'a kutaa 3ffaa irra geenyeerra, kutaalee darban lamaan keessattis waa'ee walii galaa Sirna Uumamaa, waa'ee uumamtoota guyyaa jalqabaa il…

Hojiiwwan Online Itoophiyaa Keessatti Hojjennee Birrii Hedduu Irraa Argachuu Dandeenyu

Hojiiwwan Online Itoophiyaa keessatti hojjetamuu danda'an Yaaddoo nama hedduu kan ta'e yeroo ammaa kanatti keessattuu hojii online hojjechuuf Itoophiyaa keessatti hojii online kam hojjenna? qarshii keenya hoo karaa kam fu…

Ayyaana Damaraa fi Fannoo : Seenaa fi Akkaataa Kabaja Isaanii

Ayyaana Damaraa fi Fannoo Seenaa isaa fi Akkaataa Kabaja Isaa Fulbaanni 16 Ayyaana Damaraa Maaliif jedhame? Ayyaana Masqalaa (fannoo) jedhamee maaliif kabajamaa? Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidootti Fulbaann…

Load More That is All