Wantoota Ajaa’ibaa Waa’ee Liigii Kubbaa Miilaa jaallatamaa Addunyaa kanaa Piriimer Liigii Ingilaand
Wantoota Ajaa’ibaa Waa’ee Primeer Liigii Ingilaand 15 Akkuma beekamu sadarkaa addunyaatti liigiin kubbaa miilaa Ingiliizii baay’ee beekamaadha. Guutummaa addunyaa irraa hordoftoota Biliyoonaan lakka’aaman qaba. Nutis har’a wantoota ajaa’ibaa waa’ee liigii…

