Seenaa Taphataa Urjii Addunyaa keenyaa Liyooneel Meesii
Liyooneel Meesii Liyooneel Meesiin yoomii fi eessatti dhalate? Liyooneel Meesiin Baatii Waxabajjii ykn June 24 bara 1987 A.L.A tti biyya Arjentiinaa Roozaariyoo keessatti dhalate. Abbaa fi haadha isaatiif mucaa sadaffaa…










