Skip to content

Admin

Dabra Zayit | Torbee Shanaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Tulluu Ejersaa

Torbee Shanaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos Dabra Zayit ykn Tulluu Ejersaa Darba Zayit ykn Tulluun Ejersaa Tulluu ykn bosona muka Ejersaatiin guutame jechuudha. «ደብር» jechuun jecha Gi’iziiti hiikni… 

Sirna Uumamaa | Kutaa 5ffaa

Sirna Uumamaa Kutaa 5ffaa  Uumama Guyyaa Jahaffaa (Jimaataa) «Ammas Waaqayyo lafti waan lubbuu qabaattee jiraattu akka qomoo qomoo isaatti, horii qe’ee wanta munyuuqu bineensa lafaas akka qomoo qomoo isaatti haa baasu»… 

Boqonnaa Haadha keenya Dubroo Maariyaam | Kutaa 3ffaa

Boqonnaa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Ayyaanota haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti kabajaman keessaa tokko kan ta’e. Boqonnaa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Amajjii… 

Boqonnaa Haadha keenya Dubroo Maariyaam | Kutaa 1ffaa

Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam  Ayyaana Boqonnaa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam. Kan Amajjii 21 akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti kabajamu. Kutaa 1ffaa Seenaan haadha keenya Qulqulleettii Dubroo…