Iddoo Aarsaa Kakuu Moofaa Baroota Arfanitti
Iddoo Aarsaa Kakuu Moofaa itti Aarsan Baroota Arfanitti Mata duree kana keessatti waa’ee iddoo aarsaa Kakuu Moofaa Baroota Arfan ni ilaalla. Hanga dhumaatti dubbisaa! Aarsaa Kakuu Moofaa Kutaa 1ffaa Afaan…
Iddoo Aarsaa Kakuu Moofaa itti Aarsan Baroota Arfanitti Mata duree kana keessatti waa’ee iddoo aarsaa Kakuu Moofaa Baroota Arfan ni ilaalla. Hanga dhumaatti dubbisaa! Aarsaa Kakuu Moofaa Kutaa 1ffaa Afaan…
Meeshaalee Qulqullaa’oo Barumsa koorsii «Meeshaalee Qulqullaa’oo» jedhu kana erga eegallee turreerra, garuu gidduutti sababa dhunfaatiin adda kunnee turre osoo hin xumuriin kanaafis dhiifama isa gaafanna! ammas kunoo akka fedha Waaqayyootti…
«Tsinsataa Maariyaam» Ayyaana Dubroo Maariyaam Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo join Ayyaanota haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam kabajaman keessaa tokko Tsintsataa Maariyaam dha. Hanga dhumaatti dubbisaa! Garaatti baatamuu Haadha keenya…
Duuka Bu’oota Qulqulluu Simi’oon Inaafticha ykn Qulqulluu Naatnaa’eel fi Qulqulluu Maatiyaas Har’a ammoo Duuka Bu’oota kudha lamaan keessatti kan argaman seenaa Qulqulluu Naatnaa’eel ykn Simi’oon Inaafticha fi Qulqulluu Maatiyaas ni…
Sooma Filsataa Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Mata duree kana keessatti ammoo waa’ee Sooma Filsataa Qulqulleettii Dubroo Maariyaam ni ilaalla. Hanga dhumaatti dubbisaa! «Filsataa» jechuun maal jechuudha? Jechi «Filsataa» jedhu kan…
Hintsataa Mana Kiristaanaa Ayyaana Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Ayyaanota haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam keessaa tokko kan ta’e Hintsataa Mana Kiristaanaa ti. Kunis Waxabajjii 20 fi 21 kabajama. Hanga…
Hangafa Wareegamtootaa Qulqulluu Giyoorgis Har’a ammoo waa’ee Hangafa Wareegamtootaa Qulqulluu Giyoorgis seenaa isaa, qabsuura isaa fi Ayyaanota Yaadannoo isaa ni ilaalla. Hanga dhumaatti dubbisaa! Wareegamaa ykn Wareegamtoota jechuun maal jechuudha?…
Torbee Dhukkubbii Gooftaa Iyyesuus Kiristoos Fannoo Gooftaa Mata duree kana keessatti torbee dhukkubbii sooma guddaa keessaa jimaata guyyaa Fannoo Gooftaa ni ilaalla. Fannifamuu Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos «Guyyaa Sana» Torbee…
Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Kamisa Barreeffama keenya har’a keessatti torbee Dhukkubbii Sooma Guddaa kan ta’e Kadhannaa guyyaa Kamisaa ni ilaalla. Torbee Dhukkubbii Kadhannaa Kamisaa Kadhannaa Kamisaa…
Torbee Dhukkubbii Sooma Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Torbee Dhukkubbii Sooma Guddaa guyyaa sadaffaa Roobii qabannee dhiyaanneerra. Hanga dhumaatti dubbisaa! Guyyaa Roobii Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya…
Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Kibxata Torbee Dhukkubbii Sooma Guddaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos kan guyyaa lammaffaa kan Kibxata har’a ni ilaalla. Hanga dhumaatti dubbisaa! Moggaasa Guyyaa…