Bara Haaraa Itoophiyaa fi warra Awuroppaa
Sababa Garaa Garummaa Bara Haaraa Itoophiyaa fi Awuroppaa Lakkaawwiin Baraa kan Itoophiyaanotaa fi kan warra Awuroppaa maalif gar gar ta’e? Itoophiyaan maalif waggaa torba kan warra Awuroppaa irraa duubatti hafte…




