Lakkaawwii Baraa Ayyaanotaa fi Tsoomiiwwanii | Kutaa 3ffaa
Akkaataa Lakkaawwii Baraa Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti Koorsii Ayyaanotaa fi Tsoomiiwwanii irratti xiyyeeffatu, yeroo darbe kutaalee lamaan isiniif dhiyeessinee ture. Amma ammoo kutaa sadaffaa qabannee dhiyaanneerra hanga dhumaatti…







