Skip to content

Iyyesuus Kiristoos

Ayyaana Fannoo Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos, Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa fi Kabaja Ayyaana Fannoo

Ayyaana Fannoo Gooftaa Iyyesuus Kiristoos

Ayyaana Fannoo Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos   Seenaa Fannoo Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos Bara Seeraatti ykn yeroo seerri jirutti nama Fannoodhaan adabuun kan jalqabame bara Faarsotaa akka ta’e ni himama.… 

Tsoomii Raajotaa fi Subaa’eewwan Dhaloota Gooftaa

Tsoomii Raajotaa  Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidootti Tsoomiiwwan Tsoomaman keessaa tokko Tsoomii Raajotaa ti. Kunis Dhaloota Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos dursee kan Tsoomamu dha. Waa’ee Tsoomii Raajotaa kutaa kana keessatti…