Meeshaalee Qulqullaa’oo Ortodoksii Tawaahidoo | Kutaa 6ffaa
Meeshaalee Qulqullaa’oo Seensa :- akkuma yeroo darbe ilaalle, Koorsii Meeshaalee Qulqullaa’oo jedhu kana jalatti :- maalummaa, hiikoo, fakkeenya fi iccitii Meeshaalee Qulqullaa’oo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo keessatti tajaajila garaa garaatiif…

