Mana Kiristaanaa ishee durii | Kaataakoomb Kiristaanota Room
Mana Kiristaanaa ishee durii «Room akkan Daawwadhetti» Waa’ee Mana Kiristaanaa ishee durii yeroo kaasnu. Waa’ee Kaataakoomb, Manneen Kiristaanaa Kaataakoomb keessa jiran, Fakkiiwwan Kaataakoomb Mana Kiristaanaa ishee durii keessatti argaman. Akkasumas…

