Meeshaalee Qulqullaa’oo Mana Kiristaanaa | Kutaa 5ffaa
Meeshaalee Qulqullaa’oo Barumsa koorsii «Meeshaalee Qulqullaa’oo» jedhu kana erga eegallee turreerra, garuu gidduutti sababa dhunfaatiin adda kunnee turre osoo hin xumuriin kanaafis dhiifama isa gaafanna! ammas kunoo akka fedha Waaqayyootti…

