Sadarkaa Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa akka Addunyaatti
Yuunivarsiitiin dhaabbata barnootaa guddaa biyya tokkooti. Akka sadarkaa Addunyaatti Yuunivarsiitiiwwan gurguddoo 2000 keessa Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa 6 qofaatu seene.
Yuunivarsiitiin dhaabbata barnootaa guddaa biyya tokkooti. Akka sadarkaa Addunyaatti Yuunivarsiitiiwwan gurguddoo 2000 keessa Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa 6 qofaatu seene.
Deebii Abbaa Taayitaa Barnootaa fi Leenjii Itoophiyaa «Kaayyoo Dhaabbilee Barnoota olaanoo dhuunfaa cufuus ta’e dhadhabsiisuu hin qabnu!» Abbaa Taayitaa Barnootaa fi Leenjii Barreeffama keenya yeroo darbee keessatti waa’ee qajeelfama haaraa…
Dhaabbileen Barnoota Olaanoo Dhuunfaa hedduun sodaa cufamuu irra jiru Dhaabbileen Barnoota Olaanoo Dhuunfaa «Yaaddoo keessa nu galcheera» kan jedhan Qajeelfamni fi Madaalliin haaraan maal maal of keessatti qabateera? Abbaan Taayitaa…
Ibsa Ministeera Barnootaa Qormaata Bahumsaa irratti Barattoonni digirii jalqabaa kuma 190 ol ta’aan qormaata bahumsaa ni fudhatu – Ministeera Barnootaa Qormaanni bahumsaa bara 2017 Waxabajjii 2 hanga 10 bara 2017…
Waa’ee Cufamuu Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Dhuunfaa dabalataan maal jedhame? Deetaan Ministeera Barnootaa Obbo Kooraa Tushunee Yuunivarsiitiin Qulqulleettii Maariyaam magaalaa Finfinneetti kan qopheesse waltajjii dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa Afrikaa irratti sababa…