Hiikoo Wangeela Maatewoos | Wangeela jechuun maal jechuudha?
Hiikoo Andimtaa Wangeela Maatewoos | Seensa /1/ Mata duree kana keessatti Hiikoo Andimtaa Wangeela Maatewoos akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidootti ilaalla. Wangeela jechuun maal jechuudha? Wangeelonni Arfan maal maaliin fakkeeffamu?…

