Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu | Kutaa 1ffaa
Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Seensa :- Koorsii Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo «Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu» jedhu kana har’a irraa jalqabee kan isiniif dhiyeessinu yoo ta’u, isinis dubbisaa hiriyoota keessan Ijoollee Ortodoksii…











