Ergamoota Waaqayyoo : Ergamoota jechuun maal jechuudha?
Ergamoota Waaqayyoo Mata duree kana keessatti waa’ee Ergamoota Waaqayyoo kutaa kutaa dhaan qooduun ni ilaalla hanga dhumaatti dubbisaa! Kutaa 1ffaa Uumama Ergamoota Waaqayyoo Ergamoonni guyyaa Dilbataa akka uumaman kana dura…

