Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Rufaa’eel Ortodoksii Tawaahidoo
Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Rufaa’eel Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidootti Hangafoota Ergamootaa kan jedhaman torban keessaa tokko Qulqulluu Rufaa’eel dha. Mata duree kana keessatti waa’ee Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Rufaa’eel bal’inaan ni…

