Kitaaba Mul’ata Yohaannis : Seenaa, Hiikoo fi Qo’annaa isaa
Kitaaba Mul’ata Yohaannis Qulqulluu Seensa :- Maatiiwwan Waaqayyoo, ijoolleen haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaa Waaqayyootiin akkam jirtuu? yeroo darbe Seenaa fi Qabsuura Qulqulloota Duuka Bu’ootaa yeroo ilaaluu eegaletti Kitaabolee…

