Sadarkaa Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa akka Addunyaatti
Yuunivarsiitiin dhaabbata barnootaa guddaa biyya tokkooti. Akka sadarkaa Addunyaatti Yuunivarsiitiiwwan gurguddoo 2000 keessa Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa 6 qofaatu seene.