Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa : Seenaa fi Qabsuura isaa
Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa Seenaa fi Qabsuura Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa. Akka Kitaaba Qulqulluutti maqaa «Yohaannis» jedhamuun kan waamaman Qulqulloota sadidha. Isaanis; 1. Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa 2. Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi 3.…

