Ayyaanota Yaadannoo Ergamootaa | Qubee Online +

Guyyoota Yaadannoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo
Kabaja Ayyaana Yaadannoo Qulqullootaa akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti

Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo tti guyyoota Ayyaana Yaadannoo Qulqullootaa, Ergamootaa, Wareegamtootaa, Tolootaa, Duuka Bu’ootaa, Raajotaa fi kanneen kana fakkaatan ni ilaalla. Hiriyoota keessan Ortodoksii Tawaahidoo ta’aan hundaaf qoodaa!

«Ayyaanota Dhaabbatoo» Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa

Ayyaanota Dhabbataa ta’aan

Barnoonni «Baahire Hasab» ayyaanni dhaabbatoo hin taane guyyaa itti oolan, guyyoota itti Tsoomiiwwan seenan ittiin baruuf ykn ittiin beekuuf yoo ta’e malee, ji’aanis ta’e waggaadhaan guyyuma darbe ykn ji’a darbe irra oolanii kan kabajaman ykn ayyaanota ji’a ji’aan fi waggaa waggaan guyyaa dhaabbataa irratti kabajaman hin ilaallatu. Ayyaanota dhaabbatoo ta’aaniif kan fayyadu guyyoota isaan irra oolan sammuudhaan qabachuu ykn yaadannoo irratti qabachuudha.

Kitaaba «Sinkisaar» ykn Kitaaba Qabsuura, Seenaa Jireenyaa, Raajii fi dinqiiwwan Qulqulloonni hojjatan kan irratti galmaa’e yoo bannee ilaallu guyyoota Fulbaana 1 hanga Qaammee 6tti jiran guyyoonni 366 Qulqulloonni, Ergamoonni, Waaqayyo fi k.k.f guyyaa itti yaadataman ta’ee argina. Ayyaanonni kunneenis Kiristaanotaan kan kabajaman fi waggaatti yeroo tokko yookaanis ammoo ji’aa ji’aan kan kabajamanidha.

1. Ayyaanota Waggaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo

Jijjiirraa Bara Haaraa (Inquxaaxaashii) – Fulbaana 1

Fannoo (Bara Atsee Daawwititti guyyaa itti Fannoon gara Itoophiyaatti dhufe) – Fulbaana 10

Fannoo (Masqala) – Guyyaa itti Fannoon Awwalamee ture Barbaachisummaa Mootittii Illeeniin itti argame – Fulbaana 17

Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa’eel – Guyyaa itti Qulqulluun Mikaa’eel saba Israa’eel Gibtsiidhaa itti baase – Sadaasa 12

Jalqabbii Tsooma Raajotaa (Tsooma Lallabaa) – Sadaasa 15

Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri’eel – Guyyaa itti ijoollee sadan ibiddaa baase – Mudde 19

Dhaloota Gooftaa – Mudde 28/29

Gizrat – Amajjii 6

Qulqulleettii Sillaasee – Amajjii 7 (guyyaa itti gara Mana Abrahaam seenan),

Cuuphaa (Ximqata) – Amajjii 11

Qaanaa ZaGaliilaa – Amajjii 12 (Guyyaa itti Gooftaan keenya mandara Qaanaa ZaGaliilaa jedhamtutti Mana Cidhaatti bishaan gara Wayiniitti jiijjiire. Raajii jalqabaa)

Simi’oon – Gurraandhala 8

Ayyaana Fannoo – Bitootessa 10 (Fannoon badee irra deebiin guyyaa itti argame)

Madaanaalamii (Fayyisaa Addunyaa) – Bitootessa 27 (Guyyaa itti gooftaan keenya, qorichi keenya Iyyesuus Kiristoos itti fannifame garuu amma guyyaan isaa dhaabbataa ta’uu baatuyyuu yeroo durii Bitootessa 27 kabajama.)

Beale Wold – Bitootessa 29 (Guyyaa itti Gooftaan keenya garaatti baatame)

Qulqulluu Giyoorgiis – Ebla 23 (Guyyaa itti wareegamummaan boqote)

Hiikkaa Tsooma Duuka Bu’ootaa – Adoolessa 5

Dabra Taaboor (Buhee) – Hagayya 13 (Guyyaa itti Iyyesuus Kiristoos Waaqummaa isaa Duuka Bu’ootaaf Tulluu Taaboor irratti ibse)

Filsataa – Hagayya 16 (Guyyaa itti Foon Qulqulleettii Dubroo Maariyaam gara Samiitti ol bahe)

2. Ayyaanota Ji’aan kabajaman

Ji’i seenee gaafa guyyaa;

1. Lidataa (Dhaloota Dubroo Maariyaam, Caamsaa 1 kan itti dhalatte)

5. Aabboo ykn Abuna Gabra Manfas Qidduus (Bitootessa 5 guyyaa itti boqotan)

7. Sillaasee (Amajjii 7 guyyaa itti Abrahaamiif ibsaman)

12. Mikaa’eel (Ka’umsi isaa Sadaasa 12 ta’uyyuu jiinni seenee guyyaa 12ffaa isaatti Qulqulluun Mikaa’eel raajii hojjateera)

16. Kidaane  Mihirat ykn Kakuu Araaraa (Gurraandhala 16 guyyaa itti Waaqayyo haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaamiif waadaa itti gale)

19. Gabri’eel (Guyyaa itti Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri’eel haadha Waaqayyootti Missiraachoo himeefi guyyaa itti ijoollee sadan ibiddaa itti baase Bitootessa 19 fi Mudde 19)

21. Maariyaam (Guyyaa itti boqotte Amajjii 21)

23. Giyoorgisii (Eebla 23 guyyaa itti wareegamummaa fudhate.)

24. Takla Haymaanoot (Mudde 24 guyyaa itti dhalatanii fi Hagayya 24 guyyaa itti boqotan.)

27. Madaanaalamii ykn Fayyisaa Addunyaa (Iyyesuus Kiristoos Bitootessa 27 guyyaa itti Fannifame)

29. Dhaloota Gooftaa (Qulqulleettiin Dubroon Maariyaam Iyyesuus Kiristoos kan itti deesse Mudde 29).

3. Ayyaanota Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Isaan kun Ayyaanota Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam 33’n akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti kabajaman yoo ta’an akka kabajaman kan ajajes Mooticha Atsee Zarayaqoobidha. Isaanis;

Fulbaana 10 – Tsedeniyaa (Si’ilii haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Qulqulluun Luqaas kaase Tsedeniyaa Damaasqoo iddoo jedhamutti guyyaa itti kabajaan ka’amte.)

Fulbaana 21

Onkoloolessa 21

Sadaasa 6 (Dabra Qusquwaam)

Sadaasa 21

Mudde 3 Ba’aataa Maariyaam (Guyyaa itti gara Mana Qulqullummaa seente)

Mudde 21

Mudde 22 (Phaaphaasiin Xilxiliyaa ykn Toledo Abbaa Daksiyoos ykn Hiildafoons guyyaa itti kabaja ayyaana ishee labse)

Mudde 28 (Gannaa)

Mudde 29 (Dhaloota ykn guyyaa itti Iyyesuus Kiristoos dhalate)

Amajjii 21 (Guyyaa itti boqotte)

Gurraandhala 16 (Guyyaa itti Ilmi ishee Iyyesuus Kiristoos waadaa itti galeef)

Gurraandhala 21

Bitootessa 21

Bitootessa 29 (Guyyaa itti Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos garaatti baatte)

Eebla 21

Caamsaa 1 (Guyyaa itti haati keenya Qulqulleettiin Dubroo Maariyaam itti dhalatte)

Caamsaa 21

Caamsaan 21-25 Dabra Mixmaaq Gibtsi keessatti guyyoota itti ibsamtedha ykn guyyaa itti muldhattedha.

Caamsaa 24 (Godaansa, Mootichi Heeroods Ilma ishee Iyyesuus Kiristoos akka jalaa hin ajjeesneef Yooseefifi Solomee waliin baqattee guyyaa itti gara Gibtsiitti seente)

Caamsaa 25 (Ilmi ishee Iyyesuus Kiristoos daa’imummaa isaatti guyyaa itti ulee dhaabee mukkeen itti taasise)

Waxabajjii 8 (Guyyaa itti Ilmi ishee Iyyesuus Kiristoos dhagaa irraa bishaan tsabalaa itti burqisiise)

Waxabajjii 20 (Guyyaa itti ajaja Waaqayyoon Duuka Bu’oonni Qulqulleettii Dubroo Maariyaamiif Mana Qulqullummaa itti ijaaran)

Waxabajjii 21 (Guyyaa itti Mana Kiristaanaa jalqabaatti Qaddasame, kan Waxabajjii 20 ijaarame jechuudha)

Adoolessa 21

Hagayya 7 (Guyyaa itti garaatti baatamte)

Hagayya 16 (Filsataa, guyyaa itti Foon ishee gara Samiitti deeme)

Akkasumas guyyoota jahaan (6) Hagayya 16-21 jiran akka ka’umsa Ilma isheetti ni kabajna ykn ni yaadanna.

Tsoomni Filsataa Hagayya tokko (1) jalqabee hanga Hagayya 15tti Tsoomama.

4. Guyyaa itti Wangeelaawwiiwwanii fi Duuka Bu’oonni itti yaadataman

Bartalamewoos – Fulbaana 1

Maatewoos – Onkoloolessa 13

Isxifaanoos – Onkoloolessa 27

Luqaas – Onkoloolessa 22

Filiiphoos – Sadaasa 18

Indiriyaas – Mudde 4

Yohaannis – Amajjii 4

Yaa’iqoob ilma Ilfiyoos – Gurraandhala 10

Maatiyaas – Bitootessa 8

Yaa’iqoob ilma Zabdewoos – Eebla 17

Maarqoos – Eebla 30

Toomaas – Caamsaa 26

Taadewoos – Adoolessa 2

Pheexiroos fi Phaawuloos (Hiikkaa Tsooma Duuka Bu’ootaa) – Adoolessa 5

Naatnaa’eel – Adoolessa 10

Yaa’iqoob obboleessa Gooftaa – Adoolessa 18

Ximootewoos – Amajjii 23

Barnaabaas – Mudde 21

Tiitoo – Qaammee 2

Yooseef Fi Niqoodimoos – Hagayya 1

Qulqulluu Pheexiroos – Hagayya 7

Hanaaniyaa – Onkoloolessa 4

Diyoonaasiyoos – Onkoloolessa 6

Alaazaar – Bitootessa 17

Filimoonaa – Sadaasa 27

5. Guyyoota Ergamoonni Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo itti yaadataman

Akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti guyyoonni yaadannoo Ergamoota Qulqullootaa akka armaan gadiiti;

Raagu’eel – Fulbaana 1

Afniin – Sadaasa 8

Mikaa’eel – Sadaasa 12

Gabri’eel – Mudde 19

Suuriyaal – Amajjii 27

Saaqu’eel – Adooleessa 5

Uraa’eel – Adoolessa 21

Rufaa’eel – Qaammee 3

Bineensota Arfan (Kiruubeel) – Sadaasa 8

Luboota Digdami Arfan Samii (Suraafeel)– Sadaasa 24

6. Bara Mootummaa Aksumitti Gibtsii fi Sooriyaa irraa dhufanii jireenya Kawaalaa fi Kawaalota kan babaldhisan guyyoota itti yaadataman

Phaanxaleewoos – Onkoloolessa 6

Aragaawwii (Zamikaa’eel) – Onkoloolessa 14

Yim’aataa – Onkoloolessa 28

Liqaanoos – Sadaasa 25

Ootsi – Mudde 4

Libaanoos (Maxaa’i) – Amajjii 3

Tsihimaa – Amajjii 16

Aleef – Bitootessa 11

Afitsee – Caamsaa 29

Gubaa – Caamsaa 29

Garimaa (Yisihaaq) – Waxabajjii 17

As irratti Libaanoos (Maxaa’ii) n ala warreen kaan Qulqulloota Sagalani, Aleef fi Ootsi maqaa nama tokkoo ta’uu hin oolan.

7. Ayyaanota Tsoomii Guddaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Waliin walqabatan

Ayyaanonni Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Tsoomii guddaa gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos waliin wal qabatan;

Zeweredee – Torbee jalqabaa Tsooma guddaa

Qiddist (Qulqulleettii) – Torbee lammaffaa Tsooma guddaa

Mikuraab – Torbee sadaffaa Tsooma guddaa

Matsaaguu – Torbee Arfaffaa Tsooma guddaa

Dabra Zayit (Tulluu Ejersaa) – Torbee Shanaffaa Tsooma guddaa

Gabriheer (Tajaajilaa Amanamaa) – Torbee Jahaffaa Tsooma guddaa

Niqoodimoos – Torbee Torbaffaa Tsooma guddaa

Hoosaa’inaa – Torbee Saddeettaffaa Tsooma guddaa

Ayyaanota Hoosaa’inaa fi Du’aa Ka’umsaa Gooftaa Gidduu jiran

Ayyaana Du’aa Ka’umsa gooftaatiin dura Dilbata Hoosaa’inaa irraa kaasee hanga Sanbata (Qidaamee) guyyoonni jiran Torbee dhukkubbii jedhamuun beekamu. Isaanis;

Wiixata – Guyyaa itti Balasiin Abaaramte

Kibxata – Gooftaa fi Qorichi keenya Iyyesuus Kiristoos guyyaa itti gaaffii gaafatame.

Roobii – Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos guyyaa itti dabarsanii kennuuf murteessan.

Kamisa – Kadhannaa Kamisaa

– Kamisa ajajaa

– Kamisa miila dhiqaa

– Kamisa Magariisa

– Kamisa Kakuu Haaraa

– Kamisa Bilisummaa

Jimaata – Fannoo (Siqlatii) guyyaa itti fannifame.

Sanbata (Qidaamee) – Sanbata Shaaramte (Qidaamee Shuur)

Dilbata – Du’aa Ka’umsa Gooftaa

Ayyaanota Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Du’aa Ka’umsa Gooftaa booda guyyoota jiran

Wiixata – Maa’idoot (Cee’umsa)

Kibxata – Toomaas

Roobii – Alaazaar

Kamisa – Addaam

Jimaata – Mana Kiristaanaa

Sanbata – Dubartoota /Anist/ (Dubartoota Awwaala isaa ilaaluuf ganamaan deemaniif)

Dilbata – Du’aa Ka’umsa Lammaffaa (Dagme Tinsae)

8. Abbootiin, Raajonni fi Mootonni Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Bara Kakuu Moofaa keessaa turan guyyaan yaadannoo isaanii

Guyyoonni Yaadannoo Abbootii Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Bara Kakuu Moofaa keessa turanii kunooti;

Raajicha Amoots – Qaammee 5

Raajicha Miikiyaas – Hagayya 22

Raajicha Saamu’eel – Hagayya 27, Waxabajjii 9

Raajicha Milkiyaas – Hagayya 30, Amajjii 8

Izraa Raajicha – Adoolessa 6

Iyyaasuu – Fulbaana 4, Waxabajjii 26

Raajicha Isaayyaas – Fulbaana 6

Musee – Fulbaana 8

Luba Aaroon – Fulbaana 8, Ebla 1

Raajicha Yoonaas – Fulbaana 25, Adoolessa 17

Raajicha Daani’eel – Bitootessa 23

Raajicha Hizqi’eel – Ebla 5, Adoolessa 27

Raajicha Ermiyaas – Ebla 12, Caamsaa 5

Iyyoob – Caamsaa 2, Fulbaana 1

Raajicha Eelsaa – Waxabajjii 4

Heenook – Adoolessa 25, Amajjii 26

Yoodiit – Fulbaana 10

Soosinnaa – Fulbaana 29

Raajicha Hoosee’i – Onkoloolessa 20

Raajicha Iyyu’eel – Onkoloolessa 21

Raajicha Abdiyuu – Sadaasa 23

Raajicha Eeliyaas – Mudde 1, Amajjii 6

Naabutee – Mudde 1

Raajicha Naahoom – Mudde 5

Geedeewoon – Mudde 16

Asteer – Mudde 24

Maqaabiyaan – Mudde 25

Abeel – Amajjii 1

Nooh – Amajjii 6

Raajicha Zakkaariyaas – Gurraandhala 15

Mootii Hizqiyaas – Hagayya 4

Mootii Daawwit –  Onkoloolessa 12, Ebla 6, Mudde 23.

Mootii Solomoon – Waxabajjii 23

Addaam fi Heewaan – Ebla 6

Luba Zakkaariyaas – 8

9. Akkasumas Beektonni Mana Kiristaanaa keenya (Kakuu Haaraa) guyyoota itti yaadataman

Ille Iskindiroos – Hagayya 18

Diyoosqooroos – Fulbaana 7

Baasiliyoos isa Qisaariyaa – Fulbaana 13, Amajjii 6

Gorgooriyoos Armaniyaa – Fulbaana 19

Atinaateewoos –  Fulbaana 30

Abbaa Hiriyaaqoos – Onkoloolessa 2

Abbaa Giyoorgisi Gaasiccaa – Onkoloolessa 3

Yohaannis Afaan Warqee – Onkoloolessa 13, Caamsaa 12

Yaa’iqoob isa Siruug – Waxabajjii 7

Qeerloos – Adoolessa 3

Eefreem Sooriyaawwii – Adoolessa 15

Dimeexiroos Hangafa Phaaphaasii – Onkoloolessa 13

Goorgooriyoos – Amajjii 21

Qulqulluu Yaareed – Caamsaa 11

Mooticha Qosxanxiinoos – Hagayya 12, Bitootessa 28

Mootittii Illeenii – Hagayya 21

10. Qulqulloonni Dubartoonni 36’n guyyoota isaan itti yaadataman

1. Eelsabeet – Gurraandhala 16

2. Haannaa –  Fulbaana 7

3. Beerzeedaan ykn Beersit – Mudde 10

4. Maltiidaan ykn Maarnaa – Amajjii 4

5. Saloomee – Caamsaa 25

6. Maariyaam Magdalaawwit – Hagayya 6

7. Maariyaam obboleettii Alaazaar  – Gurraandhala 6

8. Haannaa Raajittii – Gurraandhala 20 fi Onkoloolessa 6

9. Maariyaam haadha Yohaannisii fi Yaa’iqoob ykn haadha manaa Zabdiwoos – Amajjii 18

10. Soofiyaa (Barbaraa) – Amajjii 30

11. Yooliyaanaa ykn Yoonaa – Sadaasa 18

12. Soofiyaa ykn Markeezaa – Amajjii 30

13. Awugaaniyaan ykn Philaagiyaa – Onkoloolessa 11

14. Arseemaa – Caamsaa 11

15. Yoostiinaa – Amajjii 30

16. Xeeglaa – Hagayya 6

17. Arnii ykn Soofiyaa – Sadaasa 10

18. Illeenii – Amajjii 29

19. Iyyoopharaaqiliyaa – Bitootessa 26 fi Hagayya 2

20. Teewooklaa ykn Tee’oodraa –  Amajjii 4

21. Kiristiyaanaa ykn Axiruuniis – Sadaasa 18

22. Xiqmoolaa ykn Amoonaa – Amajjii 30

23. Phiisxiis – Amajjii 30

24. Alaaphiis – Amajjii 30

25. Agaappiis – Amajjii 30

26. Irsooniyaa ykn Arnii – Amajjii 30

27. Philaagiyaa – Amajjii 30 fi Onkoloolessa 11

28. Anxooliyaa ykn Luukiyaa – Gurraandhala 25

29. Amoon ykn Soofiyaa – Amajjii 15 fi Hagayya 3

30. Iyyaluxaa – Hagayya 6

31. Mariinaa – Adoolessa 27

32. Maartaa obboleettii Alaazaar – Amajjii 18  fi Caamsaa 27

33. Maariyaam haadha Maarqoos – Amajjii 30

34. Saaraa ykn Soofiyaa haadha Yihudaa – Amajjii 30

35. Yohaanaa ykn Yoolaanaa niitii Kuuzaa – Mudde 26

36. Soosinnaa – Caamsaa 12

Ayyaanota Gurguddoo fi Xixiqqoo Gooftaa Saglan

Ayyaanota Gurguddoo Gooftaa Saglan

1. Missiraachoo

2. Dhaloota – Mudde 29

3. Cuuphaa – Amajjii 11

4. Dabra Taaboor – Hagayyaa 13

5. Hoosaa’inaa

6. Fannoo (Siqlat)

7. Du’aa Ka’umsa

8. Olba’iinsa (Irget)

9. Paaraaqilixoos (Ayyaana Guyyaa Shantammaffaa)

Ayyaanota Xixiqqoo Gooftaa Saglan

1. Fannoo (kan ji’a Fulbaanaa) – Fulbaana17

2. Lallaba – Mudde 7-13 Bara Lallabaa

3. Ifa – Mudde 14-20

4. Noolaawwii – Mudde 21-27

5. Gizrat – Amajjii 6

6. Dhaloota Simi’oon  – Gurraandhala 8

7. Qaanaa ZaGaliilaa – Amajjii 12

8. Dabra Zayit

9. Fannoo (kan ji’a Bitootessa) – Bitootessa 10

Ayyaanonni Gurguddoo Haadha Keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Shanan ammoo;

1. Dhaloota – Caamsaa 1

2. Ba’aataa (Guyyaa itti Mana Qulqullummaa seente) – Mudde 3

3. Kidaane Mihirat – Gurraandhala 16

4. Boqonnaa ykn Asteri’oo – Amajjii 21

5. Filsataa – Hagayya 16

Akkasumas Dabalataan Guyyoota ji’aa 1-30 jiran keessatti Qulqulloonni yaadataman

1. Dhaloota Maariyaam, Raajicha Eeliyaas (dhaloota isaa), Duuka Bu’aa Bartalameewoos

2. Yohaannis Cuuphaa, Duuka Bu’aa Taadewoos

3. Ba’aataa Maariyaam, Abuna Zeenaa Maarqoos

4. Yohaannis Duuka Bu’aa, Indiriyaas Duuka Bu’aa

5. Aabboo, Pheexiroos fi Phaawuloos

6. Raajicha Eeliyaas, Arseemaa

7. Qulqulleettii Sillaasee

8. Kiruubeel, Maatiyaas Duuka Bu’aa, Kiiroos

9. Gubaa’ee Niqiyaa

10. Fannoo, Naatnaa’eel Duuka Bu’aa

11. Iyyaaqeem fi Haannaa, Qulqulluu Yaareed

12. Ququlluu Mikaa’eel, Maatewoos Duuka Bu’aa

13. Qulqulluu Rufaa’eel, Zara’aa Bruuk

14. Qulqulluu Filiiphoos (Abbootii 72 keessaa), Abuna Aragaawwii, Gabra Kiristoos

15. Qulqulluu Qiirqoos

16. Kidaane Mihirat

17. Qulqulluu Isxiifaanoos, Abbaa Gariimaa

18. Yaa’iqoob Duuka Bu’aa, Filiiphoos Duuka Bu’aa, Abuna Ewoosxaaxeewoos

19. Qulqulluu Gabri’eel

20. Gamoo Mana Kiristaanaa

21. Qulqulleettii Dubroo Maariyaam, Abuna Qaawusxoos

22. Luqaas Wangeelaawwii, Qulqulluu Daksiyoos, Qulqulluu Uraa’eel

23. Hangafa Wareegamtootaa Qulqulluu Giyoorgiis

24. Qulqulluu Toomaas isa Maraa’aas, Abuna Takla Haymaanoot, Luboota 24’n Samii (Suraafeel)

25. Qulqulluu Marqooriyoos Wareegamaa

26. Qulqulluu Yooseef

27. Fayyisaa Addunyaa

28. Amaanu’eel, Abrahaam, Yisihaaq fi Yaa’iqoob

29. Abuna Taadewoos

30. Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa (dhaloota isaa), Qulqulluu Maarqoos Wangeelaawwii.

Kanneen armaan olitti ilaalle kunneen baay’inaan kan kabajaman jedhuudha malee guyyoota sanarra isaan qofaatu oola jechuu miti, isinis guutummaa isaa argachuuf «Kitaaba Sinkisaar» dubbisaa.

Galanni Waaqayyoof haa ta’u!

Hub:- Barreeffama kana qopheessuuf Kitaabolee garaagaraa fayyadamneerra, tarii guyyaan kabaja ayyaana Qulqullootaa iddoo garaagaraatti gargar ta’uu danda’a Kitaabolee irratti jechuu keenya, nutis kana hanga danda’aame of-eeggannoon ilaallee isiniif barreessineera isinis dubbisaa, dogoggora yoo argitan nu beeksisaa, nuuf barreessaa!

Channel Guddicha WhatsApp ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo join taasisaa!

Eebbii fi sugni Qulqulloota kanneenii nurra haa bulu!

Galanni Waaqayyoof haa ta’u!

The post Guyyoota Yaadannoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo first appeared on Qubee Online +.