Komiin Barattoonni Yuunivarsiitii qabamuu qabxii sagantaa reemeediyaalii irratti kaasaa jiran maalidha?
Komiin Barattoonni Yuunivarsiitii qabamuu qabxii sagantaa reemeediyaalii irratti kaasaa jiran maalidha? «Nuti akka hin baranne barbaadame moo? qabxiin keenya kan nuuf hin qabamne yoo ta’e maalif qormaata sagantaa reemeediyaalii qoromne?»…

